-
Keessa Deebii 4:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Yookiin Waaqni keessan Yihowaan biyya Gibxii keessatti ijuma keessan duratti akka isiniif godhetti, murtiiwwaniin, mallattoowwaniin, dinqiiwwaniin,+ waraanaan,+ harka jabaadhaan,+ irree diriirfameen, akkasumas gochawwan sodaachisoo taʼaniin+ saboota kaan keessaa ofii isaatiif saba tokko fudhachuuf yaadee beekaa?
-
-
Keessa Deebii 29:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis Museen Israaʼelota hundumaa walitti qabee akkana isaaniin jedhe: “Wanta Yihowaan biyya Gibxii keessatti Faraʼoon irratti, tajaajiltoota isaa hundumaa irrattii fi guutummaa biyya isaa irratti ijuma keessan duratti godhe hundumaa argitaniittu;+
-