LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 19:49, 50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Akka kanaan, biyyattii akka naannoowwan ishiitti akka dhaalaatti hiruu isaanii ni xumuran. Achiis Israaʼelonni gidduu isaaniitti Iyyaasuu ilma Nuuniif dhaala ni kennan. 50 Isaan akka ajaja Yihowaatti naannoo gaarotaa Efreem keessatti magaalaa inni gaafate, jechuunis Timnaat Seeraa+ isaaf ni kennan; innis magaalattii ijaaree ishii keessa jiraate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi