29 Wantoota kana booda, Iyyaasuun ilmi Nuun inni tajaajilaa Yihowaa ture umurii isaa waggaa 110tti ni duʼe.+ 30 Kanaafuu, isaan naannoo dhaala isaa keessatti, jechuunis Timnaat Seeraa+ ishii kaaba Gaara Gaʼaashitti naannoo gaarotaa Efreem keessatti argamtu keessatti isa awwaalan.