Baʼuu 17:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda Amaaleqonni+ dhufanii Refiidimitti Israaʼelota irratti waraana banan.+ Abbootii Murtii 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yommuu Israaʼelonni sanyii facaasanitti Miidiyaanonni, Amaaleqonnii+ fi namoonni Bahaa+ isaan haleelu turan.
3 Yommuu Israaʼelonni sanyii facaasanitti Miidiyaanonni, Amaaleqonnii+ fi namoonni Bahaa+ isaan haleelu turan.