-
Baʼuu 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Achiis Miiriyaam raajittiin ishiin obboleettii Aaron taate dibbee fudhatte; dubartoonni hundis dibbee rukutaa fi shubbisaa ishii duukaa buʼan.
-
-
2 Mootota 22:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, Hilqiyaan lubichi, Ahiqaam, Akboor, Shaafaanii fi Asaayaan gara Huldaa raajittii+ dhaqan. Ishiin haadha manaa Shaalum ilma Tiquwaa, ilma Harhaas isa eegduu mana uffataa taʼe sanaa yeroo taatu, Kutaa Lammaffaa Magaalaa Yerusaalem keessa jiraatti turte; isaanis achitti ishii haasofsiisan.+
-