LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15:16-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis Kaaleb, “Nama Qiriyaat Seefer rukutee ishii qabatuuf intala tiyya Aksaa isatti nan heerumsiisa” jedhe. 17 Otniʼel+ ilmi Qeenaazis+ biyyattii ni qabate; Qeenaaz obboleessa Kaalebi. Kanaafuu, Kaaleb intala isaa Aksaa+ isatti heerumsiise. 18 Ishiinis utuu gara manaa deemaa jirtuu, abbaan ishii maasii akka isaaf kennu akka gaafatu abbaa manaa ishiitti himte. Achiis harree ishii irraa ni buute.* Kaalebis, “Maal barbaadda?”+ jedhee ishii gaafate. 19 Ishiinis, “Kan naa laatte lafa xinnoo gara kibbaatti* argamtu waan taʼeef, maaloo na eebbisi; Guuloot Maayimiinis* naaf kenni” isaan jette. Kanaafuu, inni Guuloot Isa Olii fi Guuloot Isa Gadii ishiidhaaf ni kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi