LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 32:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isaan waaqolii ormaatiin aariidhaaf isa kakaasan;+

      Wantoota jibbisiisoo taʼaniinis isa dheekkamsiisaa turan.+

      17 Isaan Waaqayyoof utuu hin taʼin jinniiwwaniif,+

      Waaqolii kanaan dura hin beekneef,

      Warra dhiheenyatti dhufaniif,

      Waaqolii abbootiin keessan hin beekneef aarsaa ni dhiheessu turan.

  • Abbootii Murtii 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Akka kanaan isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼee fi biyya Gibxii keessaa isaan baase ni dhiisan.+ Akkasumas waaqolii kan biroo, jechuunis waaqolii saboota naannoo isaaniitti argamanii duukaa buʼan;+ isaaniif sagaduudhaanis Yihowaa ni dheekkamsiisan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi