LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 4:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Eehud erga duʼee booda garuu, Israaʼelonni ammas wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan.+ 2 Kanaafuu, Yihowaan harka Yaabiin mootii Kanaʼaan+ isa Hazoor keessatti bulchaa tureetti dabarsee isaan gurgure. Siseeraan inni Harosheet+ ishii kan sabootaa taate* keessa jiraachaa ture immoo ajajaa raayyaa waraanaa isaa ture. 3 Yaabiin* gaariiwwan fardaa waraanaa haamtuu sibiilaa qaban*+ 900 waan qabuuf, akkasumas waggaa 20f akka malee Israaʼelota cunqursaa waan tureef,+ Israaʼelonni gara Yihowaatti ni iyyatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi