LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Hafuurri Yihowaa isa irra ni buʼe;+ innis abbaa murtii Israaʼel taʼe. Yommuu inni waraanaaf baʼuttis Yihowaan Kuushaan Rishaataayim isa mootii Mesophotaamiyaa* taʼe harka isaatti dabarsee kenne; innis Kuushaan Rishaataayim irratti injifannoo argate. 11 Sana booda biyyattiin waggaa 40f boqonnaa* argatte. Achiis Otniʼel ilmi Qeenaaz ni duʼe.

  • Abbootii Murtii 3:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Akka kanaan, Moʼaab guyyaa sanatti harka Israaʼel jala galte; biyyattiinis waggaa 80f boqonnaa* argatte.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi