2 Achiis maleekaan Yihowaa+ Gilgaal+ irraa gara Bookiim dhufee akkana jedhe: “Ani biyya Gibxii keessaa isin baasee gara biyya abbootii keessaniif kennuuf kakadhetti+ isin fideera. Kana malees akkanan isiniin jedhe: ‘Kakuun isinii wajjin gale matumaa hin cabsu.+