LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Akka inni daandii kee irratti si eeguu fi gara iddoo ani siif qopheessetti si galchuuf,+ maleekaa koo si dura nan erga.+

  • Baʼuu 23:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Sababiin isaas, maleekaan koo si dura buʼee gara Amoorotaa, Heetotaa, Pheriizotaa, Kanaʼaanotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaatti si fida; anis haxaaʼee isaan nan balleessa.+

  • Iyyaasuu 5:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Iyyaasuun Yerikoo bira utuu jiruu ol jedhee yommuu ilaalu namichi tokko+ goraadee luqqifame harka isaatti qabatee fuuldura isaa utuu dhaabbatuu arge.+ Iyyaasuunis isatti siqee, “Ati nu deggerta moo, diinota keenya deggerta?” jedhee isa gaafate. 14 Namichis, “Lakki, ani bulchaa* raayyaa Yihowaa taʼeen dhufe”+ isaan jedhe. Yeroo kanatti Iyyaasuun adda isaatiin lafatti gombifamee sagadee, “Wanti gooftaan koo ana tajaajilaa isaatti himu maali dha?” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi