-
Abbootii Murtii 13:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Maanoʼaanis akkana jedhee Yihowaa kadhate: “Yihowaa, dhiifama naa godhi. Maaloo, mucaa dhalatu sana akkamitti guddisuu akka qabnu qajeelfama akka nuu kennuuf, namni Waaqa dhugaa inni ati ergitee turte sun deebiʼee gara keenya haa dhufu.” 9 Kanaafuu, Waaqni dhugaan Maanoʼaa ni dhagaʼe; utuu ishiin ala teessee jirtuu maleekaan Waaqa dhugaa sun gara dubartii sanaa deebiʼee ni dhufe; abbaan manaa ishii Maanoʼaan ishii wajjin hin turre.
-