-
Abbootii Murtii 6:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yihowaan garuu, “Ani sii wajjin waanan taʼuuf,+ ati akka waan isaan nama tokko taʼanitti warra Miidiyaan ni rukutta” isaan jedhe.
-