Faarfannaa 83:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Guguddoota isaanii akkuma Oreebii fi Zeʼeeb,+Bulchitoota* isaaniis akkuma Zeebaa fi Zaalmunaa+ godhi. Isaayyaas 10:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Yihowaan Gooftaan Raayyaa, yeroo qarsaa Oreeb biratti Miidiyaaniin moʼetti akkuma godhe,+ alangaa isa irratti ni mirmirsa.+ Uleen isaas galaanicha gubbaa ni taʼa; akkuma Gibxii irratti godhettis ulee sana ol ni kaasa.+
11 Guguddoota isaanii akkuma Oreebii fi Zeʼeeb,+Bulchitoota* isaaniis akkuma Zeebaa fi Zaalmunaa+ godhi.
26 Yihowaan Gooftaan Raayyaa, yeroo qarsaa Oreeb biratti Miidiyaaniin moʼetti akkuma godhe,+ alangaa isa irratti ni mirmirsa.+ Uleen isaas galaanicha gubbaa ni taʼa; akkuma Gibxii irratti godhettis ulee sana ol ni kaasa.+