LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 7:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kana malees bulchitoota Miidiyaan lamaan, jechuunis Oreebii fi Zeʼeebiin ni qabatan; Oreebiin qarsaa Oreeb+ irratti, Zeʼeebiin immoo iddoo cuunfaa wayinii Zeʼeeb biratti ni ajjeesan. Miidiyaaniin+ ariʼuu isaaniis itti fufan; achiis mataa Oreebii fi Zeʼeeb naannoo Yordaanositti gara Giidewon ni fidan.

  • Abbootii Murtii 8:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kanaafuu, Zeebaanii fi Zaalmunaan, “Eenyummaan namaa kan beekamu jabina isaatiin waan taʼeef, atumti kaʼiitii nu ajjeesi” isaan jedhan. Kanaafuu, Giidewon kaʼee Zeebaa fi Zaalmunaa+ ni ajjeese; faaya boca baatii haaraatiin tolfamee fi morma gaalota isaanii irra tures ni fudhate.

  • Faarfannaa 83:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Guguddoota isaanii akkuma Oreebii fi Zeʼeeb,+

      Bulchitoota* isaaniis akkuma Zeebaa fi Zaalmunaa+ godhi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi