Abbootii Murtii 8:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Akkuma Giidewon duʼeenis Israaʼelonni deebiʼanii Baʼaalii+ wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa ni raawwatan; Baʼaal Beriitiin immoo waaqa isaanii godhanii muudan.+ Abbootii Murtii 9:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Geggeessitoonni masaraa Sheekem hundi yommuu kana dhagaʼan, yeruma sana gara iddoo dhokannaa* mana* Eel Beriit+ keessatti argamu sanaa dhaqan.
33 Akkuma Giidewon duʼeenis Israaʼelonni deebiʼanii Baʼaalii+ wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa ni raawwatan; Baʼaal Beriitiin immoo waaqa isaanii godhanii muudan.+
46 Geggeessitoonni masaraa Sheekem hundi yommuu kana dhagaʼan, yeruma sana gara iddoo dhokannaa* mana* Eel Beriit+ keessatti argamu sanaa dhaqan.