-
Abbootii Murtii 9:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Isaanis gara maasiitti baʼanii firii mukeetii wayinii isaanii walitti qabatanii erga cuunfanii booda ayyaana tokko kabajan; sana booda gara mana waaqa isaaniitti+ seenanii ni nyaatan, ni dhugan, akkasumas Abimelekiin ni abaaran.
-