Iyyaasuu 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Biyyi gosa Yihudaatiif akka maatii maatii isaaniitti carraadhaan hihirame+ hamma daangaa Edoom,+ jechuunis lafa onaa Ziin, akkasumas hamma qarqara Negeeb karaa kibbaatiin argamuutti kan fagaatu dha. Iyyaasuu 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis carraan inni lammaffaan+ Simiʼooniif, jechuunis gosa Simiʼooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. Dhaalli isaaniis dhaala Yihudaa gidduutti argama ture.+ Iyyaasuu 19:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Qoodni Yihudaa waan isaanitti baayʼateef, dhaalli sanyii Simiʼoon kan fudhatame isa Yihudaadhaaf carraadhaan kenname irraa ture. Kanaafuu, dhaala isaanii gidduutti sanyii Simiʼooniif dhaalli ni kenname.+
15 Biyyi gosa Yihudaatiif akka maatii maatii isaaniitti carraadhaan hihirame+ hamma daangaa Edoom,+ jechuunis lafa onaa Ziin, akkasumas hamma qarqara Negeeb karaa kibbaatiin argamuutti kan fagaatu dha.
19 Achiis carraan inni lammaffaan+ Simiʼooniif, jechuunis gosa Simiʼooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. Dhaalli isaaniis dhaala Yihudaa gidduutti argama ture.+
9 Qoodni Yihudaa waan isaanitti baayʼateef, dhaalli sanyii Simiʼoon kan fudhatame isa Yihudaadhaaf carraadhaan kenname irraa ture. Kanaafuu, dhaala isaanii gidduutti sanyii Simiʼooniif dhaalli ni kenname.+