21 Abimelek ilma Yerubesheet+ kan ajjeese eenyu?+ Dubartii takkatu dallaa gubbaa irraa majii itti darbatee Tebeezitti isa ajjeese mitii? Gara dallichaatti baayʼee kan dhihaattan maaliifi?’ Yeroo kanatti, ‘Tajaajilaan kee Uuriyaan Heetichis duʼeera’ isaan jedhi.”