-
Abbootii Murtii 9:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yommuu isaan wanta kana itti himan Yootaam yeruma sana dhaqee Gaara Geriizim+ gubbaa dhaabbatee sagalee guddaadhaan akkana isaaniin jedhe: “Yaa geggeessitoota Sheekem, na dhagaʼaa; Waaqayyos isin dhagaʼa.
-