1 Saamuʼel 1:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Haannaan garuu ol hin baane;+ kanaa mannaa abbaa manaa ishiitiin, “Akkuma mucichi harma guʼeen isa nan fida; achiis Yihowaa duratti dhihaata; yeroo sanaa kaasees achuma jiraata” jette.+ 1 Saamuʼel 1:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Akkuma harma isa guusteenis jibicha waggaa sadii, daakuu eefaa* tokkoo fi daadhii wayinii hubboo* tokkoo wajjin+ mucicha gara Shiilootti geessite; achiis mucicha fiddee gara mana Yihowaa isa Shiilootti+ argamuu dhufte.
22 Haannaan garuu ol hin baane;+ kanaa mannaa abbaa manaa ishiitiin, “Akkuma mucichi harma guʼeen isa nan fida; achiis Yihowaa duratti dhihaata; yeroo sanaa kaasees achuma jiraata” jette.+
24 Akkuma harma isa guusteenis jibicha waggaa sadii, daakuu eefaa* tokkoo fi daadhii wayinii hubboo* tokkoo wajjin+ mucicha gara Shiilootti geessite; achiis mucicha fiddee gara mana Yihowaa isa Shiilootti+ argamuu dhufte.