LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 18:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isaan keessaa inni tokkos itti fufuudhaan, “Ani waggaa dhufu yeroo kanatti dhugumaan gara keetti nan deebiʼa; kunoo, haati manaa tee Saaraan ilma ni deessi”+ jedhe. Yeroo kanatti Saaraan balbala dunkaanichaa isa namicha duubaan jiru bira taatee dhaggeeffachaa turte.

  • 1 Saamuʼel 1:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Waggaa tokko keessattis* Haannaan ulfooftee ilma deesse; ishiin, “Yihowaa kadhadheen argadhe” jechuudhaan maqaa isaa Saamuʼel* jettee moggaaste.+

  • Luqaas 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Maleekaan Yihowaas* iddoo aarsaa ixaanaa irraa kallattii mirgaatiin dhaabbatee isatti mulʼate.

  • Luqaas 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, maleekaan sun akkana isaan jedhe: “Yaa Zakkaariyaas, wawwaannaan kee waan siif dhagaʼameef hin sodaatin, haati manaa tee Elsaabex ilma siif deessi; atis maqaa isaa Yohaannis jettee moggaasta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi