21 Sana booda Museen namichaa wajjin jiraachuuf walii gale; namichis intala isaa Sifooraa+ Museetti heerumsiise. 22 Boodas ishiin ilma ni deesse; innis, “Ani biyya ormaa keessatti nama biyya ormaa taʼeera”+ jechuudhaan maqaa isaa Geershom+ jedhee moggaase.