-
Leewwota 11:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “‘Horiin kotteen isaa kan baqaqe taʼus lamatti hin hiramnee fi alala hin guurre kam iyyuu isiniif xuraaʼaa dha. Namni isaan tuqu kam iyyuu xuraaʼaa taʼa.+ 27 Uumamawwan miila arfaniin deeman keessaa uumamni jiraataan faana isaatiin deemu kam iyyuu isiniif xuraaʼaa dha. Namni raqa isaanii tuqu kam iyyuu hamma galgalaatti xuraaʼaa taʼa.
-