LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 11:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yihowaanis harka Israaʼelitti dabarsee isaan kenne;+ Israaʼelonnis isaan ni moʼan; achiis hamma Siidoon+ Guddittiitti, hamma Misrefoot Maayimittii+ fi kallattii bahaatiin hamma Sulula Mispheetti isaan duukaa buʼanii isaan rukutan; isaan keessaa namni lubbuudhaan oole tokko illee hin turre.+

  • Iyyaasuu 19:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 akkasumas hamma Ebroon, Rehoob, Hamoonii fi Qaanaatti, achiis hamma Siidoon Guddittiitti+ fagaata.

  • Iyyaasuu 19:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Dhaalli gosti Asheer akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture.+ Magaalonnii fi gandeen isaanii kanneen kana turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi