-
Abbootii Murtii 16:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yeroo kanatti isaan kutaa isa keessaa keessatti riphanii isa eeggachaa turan; ishiinis, “Saamson, Filisxeemonni sitti dhufan!” jettee iyyite. Achiis inni akkuma foʼaan quncee talbaa yommuu ibiddi isa tuqu dafee ciccitutti ribuuwwan sana ni kukkute.+ Iccitiin humna isaa garuu hin beekamne.
-
-
Abbootii Murtii 16:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Kanaafuu Deliilaan wadaroo haaraa fudhattee erga ittiin isa hiitee booda, “Saamson, Filisxeemonni sitti dhufan!” jettee iyyite. (Yeroo kana hundumaatti isaan kutaa isa keessaa keessatti riphanii eeggachaa turan.) Achiis inni wadaroo sana akkuma foʼaatti harka isaa irraa ni kukkute.+
-