14 Yommuu inni gara Lehii dhufus Filisxeemonni isa argachuu isaaniitiin miira injifannootiin ni iyyan. Achiis hafuurri Yihowaa humna isaaf ni kenne;+ wadaroon harka isaa irra jirus akkuma foʼaa quncee talbaa ibiddaan gubatee taʼe; hidhaan sunis harka isaa irraa baqee ni harcaʼe.+