LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 15:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis Saamson, “Erga isin akkana gootanii, ani utuun haaloo isin irratti hin baʼin hin dhiisu”+ isaaniin jedhe. 8 Achiis tokko tokkoon isaan rukutuudhaan* namoota hedduu ni fixe; sana booda gad buʼee holqa kattaa Etaamitti argamu tokko keessa taaʼe.

  • Abbootii Murtii 15:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yeroo kanatti inni lafee mangaagaa wadala harree hoʼaa taʼe tokko argate; harka isaa hiixatee isa fuudhee namoota 1,000 ittiin ajjeese.+ 16 Achiis Saamson akkana jedhe:

      “Lafee mangaagaa harreetiin tuullaa irratti tuullaa nan dabale!

      Lafee mangaagaa harreetiin namoota 1,000 nan ajjeese.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi