LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 7:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis Saamuʼel, “Israaʼelota hundumaa Misphaatti+ walitti qabaa; anis Yihowaa isiniif nan kadhadha”+ jedhe.

  • 1 Saamuʼel 10:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis Saamuʼel Misphaatti Yihowaa duratti akka walitti qabaman namoota sana erga waamee booda,+

  • 2 Mootota 25:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ajajjoonni raayyaa waraanaa fi namoonni isaanii hundi mootiin Baabilon Gedaaliyaa akka muude yommuu dhagaʼan, yeruma sana Misphaatti gara Gedaaliyaa ni dhufan. Isaanis Ishmaaʼel ilma Nataaniyaa, Yohaanaan ilma Qaareʼaa, Seraayaa ilma Taanhumeet Netoofichaa, Yaaʼaazaaniyaa ilma Maʼaakaatichaa yeroo taʼan, isaanis namoota isaanii wajjin turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi