-
1 Saamuʼel 10:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis Saamuʼel Misphaatti Yihowaa duratti akka walitti qabaman namoota sana erga waamee booda,+
-
-
2 Mootota 25:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Ajajjoonni raayyaa waraanaa fi namoonni isaanii hundi mootiin Baabilon Gedaaliyaa akka muude yommuu dhagaʼan, yeruma sana Misphaatti gara Gedaaliyaa ni dhufan. Isaanis Ishmaaʼel ilma Nataaniyaa, Yohaanaan ilma Qaareʼaa, Seraayaa ilma Taanhumeet Netoofichaa, Yaaʼaazaaniyaa ilma Maʼaakaatichaa yeroo taʼan, isaanis namoota isaanii wajjin turan.+
-
-
Ermiyaas 40:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, Ermiyaas Misphaatti+ gara Gedaaliyaa ilma Ahiqaam dhaqee isaa wajjin uummata biyyattii keessatti hafan gidduu taaʼe.
-