22 Achiis Aasaa Mootichi nama tokko utuu hin hambisin namoota Yihudaa hunda walitti ni qabe; isaanis dhagootaa fi saanqaawwan Raamaa isa Baʼaashaan ittiin ijaaraa ture sana fudhatanii deeman; Aasaa Mootichis wantoota kanatti fayyadamee Geebaa+ ishii Biiniyaam keessa jirtuu fi Misphaa+ ni ijaare.