-
Abbootii Murtii 20:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Biiniyaamiin utuu hin dabalatin namoonni Israaʼel goraadee hidhatan 400,000 walitti ni qabaman;+ tokkoon tokkoon isaaniis waraana irratti muuxannoo kan qaban turan.
-
-
2 Saamuʼel 24:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yeroo kanatti Yoʼaab lakkoofsa namoota galmeeffaman sanaa mootichaaf ni kenne. Loltoonni goraadee hidhatan Israaʼelota 800,000 fi namoota Yihudaa 500,000 turan.+
-