LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 2:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kanneen kun Israaʼelota akka manneen abbootii isaaniitti galmeeffamani dha; warri buufaticha keessatti raayyaa waraanaa keessatti galmeeffaman walumaa galatti 603,550 turan.+

  • Lakkoofsa 26:51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Israaʼelota keessaa kan galmeeffaman walumaa galatti 601,730 turan.+

  • 1 Seenaa Baraa 21:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yeroo kanatti Yoʼaab lakkoofsa namoota galmeeffaman sanaa Daawitiif ni kenne. Israaʼelonni hundi warri goraadee hidhatan 1,100,000 turan; namoonni Yihudaa warri goraadee hidhatan immoo 470,000 turan.+ 6 Haa taʼu malee, Yoʼaab wanti mootichi dubbate jibbisiisaa taʼee waan isatti mulʼateef,+ Leewwii fi Biiniyaamiin isaan gidduutti hin galmeessine.+

  • 1 Seenaa Baraa 27:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yihowaan Israaʼeliin akka urjiilee samiitti akka baayʼisu waadaa galee waan tureef, Daawit warra umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa gad taʼe hin lakkoofne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi