Abbootii Murtii 20:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni Daanii+ hamma Ber Sheebaattii fi biyya Giiliyaaditti+ argaman hundi ni baʼan; guutummaan gumichaas Misphaatti+ Yihowaa duratti tokkummaadhaan* walitti qabame.
20 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni Daanii+ hamma Ber Sheebaattii fi biyya Giiliyaaditti+ argaman hundi ni baʼan; guutummaan gumichaas Misphaatti+ Yihowaa duratti tokkummaadhaan* walitti qabame.