-
Abbootii Murtii 21:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Jiraattota Yaabeesh Giiliyaad gidduudhaa durboota matumaa dhiiraa wajjin saalqunnamtii raawwatanii hin beekne 400 argatan. Isaanis biyya Kanaʼaan keessatti gara buufata Shiilootti+ argamu tokkotti isaan ni fidan.
-
-
Abbootii Murtii 21:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, yeroo sanatti Biiniyaamonni biyya isaaniitti ni deebiʼan. Isaanis dubartoota Yaabeesh Giiliyaad+ kaan gidduudhaa durboota lubbuudhaan oolchan sana isaaniif kennan; taʼus durboota gaʼaa isaaniif hin arganne.
-