Miikiyaas 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa Beetaliheem Efraataa+Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+
2 Yaa Beetaliheem Efraataa+Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+