Ruut 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ruut garuu akkana jette: “Akkan si dhiisus taʼe, sii wajjin deemuu dhiisee akkan deebiʼu na hin kadhatin; bakka ati dhaqxu anis nan dhaqa, bakka ati bultu anis nan bula. Sabni kee saba koo, Waaqni kees Waaqa koo ni taʼa.+
16 Ruut garuu akkana jette: “Akkan si dhiisus taʼe, sii wajjin deemuu dhiisee akkan deebiʼu na hin kadhatin; bakka ati dhaqxu anis nan dhaqa, bakka ati bultu anis nan bula. Sabni kee saba koo, Waaqni kees Waaqa koo ni taʼa.+