-
Ruut 2:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Boʼaazis akkana jedhee deebiseef: “Abbaan manaa kee erga duʼee booda wanta amaatii keetiif goote hundumaa, gara saba kanaan dura hin beeknee deemuuf jettee akkamitti abbaa kee, haadha tee fi firoottan kee dhiistee akka baates guutummaatti dhagaʼeera.+ 12 Wanta ati gooteef Yihowaan si haa kiisu;+ Yihowaan Waaqni Israaʼel inni ati qoochoo* isaa jalatti dahoo argachuuf gara isaa dhufte+ gatii kee guutummaatti* siif haa kennu.”
-