LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ruut 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Bara abbootiin murtii+ haqa raawwachiisaa* turanitti beelli biyyattiitti ni buʼe; namichi tokkos Beetaliheem+ ishii Yihudaatti argamtu keessaa haadha manaa isaa fi ilmaan isaa lamaanii wajjin nama biyya ormaa taʼee achi jiraachuuf gara biyya* Moʼaab+ dhaqe.

  • Ruut 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ishiinis utuu Moʼaab keessa jirtuu, Yihowaan midhaan* isaaniif kennuudhaan saba isaa akka eebbise waan dhageesseef, haadhotii manaa ilmaan ishii wajjin biyya Moʼaabii deebiʼuuf karaa jalqabde.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi