LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 1:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Achiis ganama barii kaʼanii Yihowaa duratti erga sagadanii booda, gara mana isaanii isa Raamaatti+ argamutti deebiʼan. Elqaanaan haadha manaa isaa Haannaa wajjin saalqunnamtii ni raawwate; Yihowaanis ishii ni yaadate.+

  • 1 Saamuʼel 7:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Saamuʼel umurii isaa guutuu Israaʼelotaaf abbaa murtii taʼee tajaajile.+

  • 1 Saamuʼel 7:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Haa taʼu malee, manni isaa Raamaatti+ waan argamuuf achitti ni deebiʼa ture; kana malees, achitti abbaa murtii taʼee Israaʼelota ni tajaajila ture. Achittis Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ni ijaare.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi