LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 3:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Daanii jalqabee hamma Ber Sheebaatti Israaʼelonni hundi Saamuʼel raajii Yihowaa taʼuu isaa ni hubatan.

  • 1 Saamuʼel 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti Yihowaan tasgabbiidhaan akka jiraattan gochuuf, Yerubaʼaal,+ Beedaan, Yiftaa+ fi Saamuʼeliin+ ergee harka diinota naannoo keessan jiran hundumaa jalaa isin oolche.+

  • 1 Saamuʼel 25:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yeroo booda Saamuʼel+ ni duʼe; Israaʼelonni hundis isaaf booʼuu fi mana isaa isa Raamaatti+ argamu biratti isa awwaaluuf walitti qabaman. Sana booda Daawit kaʼee gara lafa onaa Phaaraanitti gad buʼe.

  • Hojii Ergamootaa 13:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kun hundi kan taʼe gara waggaa 450 keessatti ture.

      “Kana booda, hanga Saamuʼel raajichaatti abbootii murtii isaaniif kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi