-
Abbootii Murtii 2:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kanaafuu, Yihowaan abbootii murtii harka warra isaan saamanii irraa isaan oolchan isaaniif ni kaasa ture.+
-
-
1 Saamuʼel 3:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Daanii jalqabee hamma Ber Sheebaatti Israaʼelonni hundi Saamuʼel raajii Yihowaa taʼuu isaa ni hubatan.
-