LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yommuu Israaʼelonni gargaarsaaf gara Yihowaatti iyyatanis,+ Yihowaan Israaʼelota oolchuuf fayyisaa tokko isaaniif kaase;+ innis Otniʼel+ ilma Qeenaaz yeroo taʼu, Qeenaaz obboleessa Kaaleb isa quxisuu dha.

  • 1 Saamuʼel 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti Yihowaan tasgabbiidhaan akka jiraattan gochuuf, Yerubaʼaal,+ Beedaan, Yiftaa+ fi Saamuʼeliin+ ergee harka diinota naannoo keessan jiran hundumaa jalaa isin oolche.+

  • Nahimiyaa 9:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kanaan kan kaʼes, ati harka diinota isaanii warra isaan dhiphisanitti dabarsitee isaan kennite.+ Isaan yeroo dhiphatanitti garuu gara keetti ni iyyatan;+ atis samii keessaa isaan ni dhageesse; gara laafina kee isa guddaa irraa kan kaʼes, warra harka diinota isaanii jalaa isaan oolchan isaaniif ni kennite.+

  • Faarfannaa 106:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Inni yeroo baayʼee isaan ni oolche,+

      Isaan garuu ni fincilu, ajajamuu ni didu,+

      Balleessaa isaaniitiin kan kaʼes ni salphatu turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi