Keessa Deebii 18:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Ati gara biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennutti yommuu seentu, gochawwan jibbisiisoo saboonni sun raawwatan hordofuu hin baratin.+ 10 Namni ilma isaa yookiin intala isaa ibiddaan gubu,*+ namni hooda dubbatu,+ namni falfala raawwatu,+ namni milkii ilaalu,+ Isaayyaas 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati saba kee, mana Yaaqoob dhiisteetta,+Sababiin isaas, isaan wantoota Baha irraa dhufaniin guutamaniiru;Isaan akkuma Filisxeemotaatti mora raawwatu,+Ijoollee namoota biyya ormaatiinis guutamaniiru.
9 “Ati gara biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennutti yommuu seentu, gochawwan jibbisiisoo saboonni sun raawwatan hordofuu hin baratin.+ 10 Namni ilma isaa yookiin intala isaa ibiddaan gubu,*+ namni hooda dubbatu,+ namni falfala raawwatu,+ namni milkii ilaalu,+
6 Ati saba kee, mana Yaaqoob dhiisteetta,+Sababiin isaas, isaan wantoota Baha irraa dhufaniin guutamaniiru;Isaan akkuma Filisxeemotaatti mora raawwatu,+Ijoollee namoota biyya ormaatiinis guutamaniiru.