LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Harki Yihowaa Ashdoodota irratti waan ulfaateef, inni Ashdoodotaa fi naannoo ishii kormammuudhaan*+ rukutee isaan balleesse.

  • 1 Saamuʼel 5:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti isaan bulchitoota Filisxeemotaa hundumaatti erganii walitti isaan qabanii, “Taabota Waaqa Israaʼel deebisaa ergaa; nuu fi uummanni keenya akka hin duuneef Taabotichi gara iddoo isaatti haa deebiʼu” isaaniin jedhan. Sodaan duʼaa guutummaa magaalattii keessatti babalʼatee ture; harki Waaqa dhugaas achitti baayʼee ulfaatee ture;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi