1 Saamuʼel 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Isin garuu Yihowaa sodaadhaa;+ garaa keessan guutuudhaan amanamummaadhaan* isa tajaajilaa; inni wantoota guguddaa akkamii akka isiniif godhes yaadadhaa.+
24 Isin garuu Yihowaa sodaadhaa;+ garaa keessan guutuudhaan amanamummaadhaan* isa tajaajilaa; inni wantoota guguddaa akkamii akka isiniif godhes yaadadhaa.+