1 Saamuʼel 12:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yihowaa yoo sodaattan,+ isa yoo tajaajiltan,+ sagalee isaatiif yoo ajajamtan,+ ajaja Yihowaa yoo mormuu baattan, akkasumas isinis taatan mootiin isin bulchu Waaqa keessan Yihowaa yoo hordoftan, gaarii isiniif ni taʼa. Faarfannaa 111:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaa sodaachuun jalqaba ogummaa ti.+ ש [Siin] Warri ajajawwan isaa* eegan hundi hubannaa akka qaban argisiisu.+ ת [Taaw] Jajamuun isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata. Lallaba 12:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+
14 Yihowaa yoo sodaattan,+ isa yoo tajaajiltan,+ sagalee isaatiif yoo ajajamtan,+ ajaja Yihowaa yoo mormuu baattan, akkasumas isinis taatan mootiin isin bulchu Waaqa keessan Yihowaa yoo hordoftan, gaarii isiniif ni taʼa.
10 Yihowaa sodaachuun jalqaba ogummaa ti.+ ש [Siin] Warri ajajawwan isaa* eegan hundi hubannaa akka qaban argisiisu.+ ת [Taaw] Jajamuun isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata.
13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+