-
1 Saamuʼel 14:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Namoonni Israaʼel warri naannoo gaarotaa Efreem keessa dhokatanii+ turan hundis Filisxeemonni baqachuu isaanii ni dhagaʼan; isaanis waraanicha irratti warra kaanii wajjin taʼuudhaan Filisxeemota ariʼan. 23 Kanaafuu, guyyaa sanatti Yihowaan Israaʼelota ni oolche;+ waraanichis hamma Beet Aweenitti+ itti fufe.
-