LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 33:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yaa Israaʼel, ati gammadaa dha!+

      Sabni akka kee+

      Yihowaa biraa fayyina argate eenyu?+

      Inni gaachana+ eegumsaa kee,

      Goraadee kee isa ulfina qabeessa taʼe dha.

      Diinonni kee si duratti ni hollatu,+

      Atis dugda* isaanii irra ni ejjetta.”

  • Abbootii Murtii 2:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan yeroo abbootii murtii isaaniif kaasu hundatti,+ Yihowaan abbaa murtii sanaa wajjin taʼuudhaan guutummaa bara jireenyaa abbaa murtii sanaatti harka diinota isaanii jalaa isaan ni oolcha ture; sababiin isaas, namoota isaan cunqursanii+ fi gara jabinaan isaan qabaniin kan kaʼe waan aadaniif Yihowaan isaaniif ni gadda* ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi