-
2 Saamuʼel 18:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Achiis Daawit namoota isaa wajjin jiran ni lakkaaʼe; ajajjoota kumaa fi ajajjoota dhibbaas isaan irratti ni muude.+
-
-
1 Seenaa Baraa 27:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Lakkoofsi Israaʼelotaa, jechuunis kan dura buutota manneen abbootii, kan ajajjoota kumaa fi kan ajajjoota dhibbaa,+ akkasumas kan geggeessitoota isaanii warra gareewwan waggaa guutuu jiʼa jiʼaan galanii fi baʼan hunda geggeessuudhaan mooticha tajaajilan+ sanaa kana dha; tokkoon tokkoon gareewwanii keessatti namoota 24,000 turan.
-